• Seenaa Ummata Oromoo - History of Oromo people 1
  • Seenaa Ummata Oromoo - History of Oromo people 2
  • Seenaa Ummata Oromoo - History of Oromo people 3
  • Seenaa Ummata Oromoo - History of Oromo people 4

Seenaa Ummata Oromoo - History of Oromo people

(Inglés)

El pueblo Oromo (Oromo: Oromoo; Inglés: Oromo) es un grupo étnico Cushítico que habita en Etiopía. Son uno de los grupos étnicos más grandes de Etiopía y representan el 34,5% de la población de Etiopía. [8] Oromos habla el idioma Oromo como lengua materna (también llamado Afaan Oromoo y Oromiffa), que forma parte de la rama Cusita de la familia de idiomas afroasiáticos. La palabra Oromo apareció en la literatura europea por primera vez en 1893 y lentamente se hizo común en la segunda mitad del siglo 20. [9] [10]

La gente de Oromo siguió su religión tradicional [11] y usó el sistema de gobierno de Gadaa. [12] [13] Un líder elegido por el sistema de Gadaa permanecerá en el poder solo durante 8 años, y la elección tendrá lugar al final de esos 8 años. [14] [15] [16] Desde el siglo XVIII hasta el siglo XIX, Oromos fue la influencia dominante en el norte de Etiopía durante el período Zemene Mesafint. Han sido una de las partes en las migraciones históricas, y las guerras en particular con los cristianos del norte y con los musulmanes del sur y del este, en el Cuerno de África.

(Oromoo)

Akka seenaan ibsutti, ummanni Oromoo bulchiinsaaf Sirna Gadaa fayyadamaa ture. Oromoon mootummoota ofbulchan muraasas qaba, kanas ummata Sidaamaa wajjin qooddata. Kana keessaa mootummoota naannoo Gibee ta'an Geeraa, Gommaa, Garo, Gummaa, Jimmaa fi Limmuu-Inaariyaa, fi akkasumas mootummaa Jireeni.

Akka seenaan dubbatutti, walmorkiin karaa nagaa fi waraanaa ummata Oromoo fi sabootaa ollaa kan akka Amaaraa, Sidaamaa fi Sumaalee wajjin ture siyaasa hawaasa Oromoorratti dhiibbaa fide. Goddansi Oromoonni akka Yajuu gara kaabatti godhan, fi keessumattuu Oromoon Arsii gara lafa saba Sumaalee fi Sidaamaatti godhan baballiinsa Amaarri gara kibbaatti godhe wajjin wal fakkaata, yyasasasasas.as. Akkasumas, baballinni guddaan Sumaalee lafa diriiraa Ogaadeniirraa gara dhihaatti gara laga Jubaatti godhame Oromoo wajjiniin walitti bu'iinsa fide. Iddoo tokko tokkotti, Oromoonii fi Sumaalen qabeenya uummamaa fi lafa gabbata irratti walitti bu'aa turan. Dabalataan, Oromoonni Bahaa, kan Islaamummaa fudhatanii turan, warra Sumaalee fi Affaar wajjin qaama Sulxaana Adaal kan Islaamaa hordofuu turan. Sulxaanni Adaal hooggana Imaam Ahimad Ibin Ibraahim Al-Gaazii jalatti Impaayera Abisiiniyaa kan Kiristaana ture qabachuuf duule ture.

Categoría : Libros y obras de consulta

Búsquedas relacionadas